We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Anbaaqoom 3

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Anbaaqoom 2 Anbaaqoom

1Kadhannaa Anbaaqoom raajichaa shigiyonootiidhaan.3:1 Shigiyootiin gosa muuziiqaa ti.

2Yaa Waaqayyo, ani oduu kee dhagaʼeera;

3Waaqni Teemaan irraa,

4Miidhaginni isaa akkuma baʼiisa aduu ti;

5Fuula isaa dura dhaʼichatu deeme;

6Inni dhaabatee lafa raase;

7Ani utuu dunkaanonni Itoophiyaa dhiphatanuu nan arge;

8Yaa Waaqayyo, ati lageenitti aartee turtee?

9Ati iddaa kee luqqifattee

10tulluuwwan si arganii hollattan.

11Sababii xiyya kee calaqqisaa fiigu sanaatii fi

12Ati dheekkamsaan lafa irra marmaarte;

13Ati saba kee furuuf,

14Yeroo loltoonni isaa nu bittinneessuuf kaʼanii,

15Ati fardeen keetiin bishaanota gurguddaa

16Ani dhagaʼeen garaan koo raafame;

17Yoo mukni harbuu daraaruu baatee

18ani garuu Waaqayyotti nan gammada;

19Waaqayyo Gooftaan jabina koo ti;

← Anbaaqoom 2 Anbaaqoom