We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Anbaaqoom 1

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

Anbaaqoom Anbaaqoom 2 →

1Raajii Anbaaqoom raajichi arge.

2Yaa Waaqayyo, ani hamma yoomiittin gargaarsaaf sitti iyyadha?

3Ati maaliif akka ani murtii dabe argu na goota?

4Kanaafuu seerri laamshaʼeera;

5“Saboota hubadhaa ilaalaa;

6Ani warra Baabilon,

7Isaan saba sodaatamuu fi naasisuu dha;

8Fardeen isaanii qeerransa caalaa saffisu;

9isaan hundinuu jeequmsaaf dhufu.

10Isaan mootota tuffatanii

11Ergasii namoonni yakka hojjetan kanneen humna isaanii waaqa isaanii godhatan,

12Yaa Waaqayyo, ati bara baraa jalqabdee jirta mitii?

13Iji kee akka waan hamaa hin ilaalleef akka malee qulqulluu dha;

14Ati namoota akka qurxummii galaana keessaa,

15Diinni hokkoodhaan isaan hunda ol baasa;

16Inni sababii kiyyoo isaatiin bashannanee

17Inni kiyyoo isaa keessaa garagalchuudhaan,

Anbaaqoom Anbaaqoom 2 →