We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 9

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 8 Isaayyaas Isaayyaas 10 →

1Warri rakkina guddaa keessa turan garuu siʼachi gadda keessa hin jiraatan. Inni duraan biyya Zebuuloonii fi biyya Niftaalem gad deebise; gara fuulduraatti garuu Galiilaa Namoota Ormaa kan Yordaanosiin gama, qarqara Daandii Galaanaa irra jiran sana ni kabaja.

2Sabni dukkana keessa jiraatu ifa guddaa argeera;

3Ati saba baayʼiftee

4Ati akkuma bara Midiyaanin moʼatame sanaa,

5Kopheen loltuun ittiin duulte hundi,

6Mucaan nuuf dhalateera;

7Babalʼinni mootummaa isaatii fi

8Gooftaan dhaamsa tokko Yaaqoobitti ergeera;

9Uummanni hundi,

10“Xuubiiwwan diigamaniiru;

11Kanaafuu Waaqayyo amajaajota Reziin isaanitti jabeesse;

12Warri Sooriyaa gama baʼaatiin, Filisxeemonni immoo gama lixaatiin

13Sabni sun garuu gara isa isaan dhaʼe sanaatti hin deebine

14Kanaafuu Waaqayyo Israaʼel irraa mataa fi eegee kuta;

15maanguddoonnii fi kabajamoonni mataa dha;

16Namoonni saba kana qajeelchan isaan dogoggorsu;

17Kanaafuu Gooftaan dargaggootatti hin gammadu

18Hamminni dhugumaan akka ibiddaa bobaʼa;

19Dheekkamsa Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼuutiin lafti ni gubatti;

20Karaa mirgaatiin ni butatu;

21Minaaseen Efreemin nyaata; Efreemis Minaasee nyaata;

← Isaayyaas 8 Isaayyaas Isaayyaas 10 →