We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 10

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 9 Isaayyaas Isaayyaas 11 →

1Warra seera jalʼaa baasan,

2isaan murtii rakkattootaa jalʼisu;

3Isin yeroo badiisni fagoodhaa dhufu

4Warra boojiʼaman jala gugguufuu

5“Asooricha isa ulee aarii kootii taʼeef,

6Ani akka inni isaan saamuu fi boojiʼuuf

7Garuu kun waan inni yaadu miti;

8Innis akkana jedha; ‘Ajajjoonni koo hundinuu mootota mitii?

9Kaalnoon akkuma Karkemiish mitii?

10Akkuma harki koo mootummoota waaqota tolfamoo

11ani waanan Samaariyaa fi fakkiiwwan ishee godhe sana

12Gooftaan yeroo Tulluu Xiyoon irrattii fi Yerusaalem keessatti hojii isaa hunda fixatutti akkana jedha; “Ani sababii of jajuu garaa isaatii fi ilaalcha isaa kan of tuulummaan guutame sanaatiif jedhee mooticha Asoor nan adaba.

13Inni akkana jedhaatii:

14Akkuma namni tokko manʼee simbiraa keessa harka kaaʼu sana

15Qottoon nama ittiin waa murutti ni kooraa?

16Kanaafuu Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,

17Ifni Israaʼel ibidda,

18Akkuma namni tokko yeroo dhukkubsatu huqqatu sana,

19Mukkeen bosona isaa keessatti hafan waan akka malee muraasa taʼaniif

20Bara sana keessa hambaan Israaʼel,

21Hambaan tokko, hambaan Yaaqoob

22Yaa Israaʼel, yoo sabni kee

23Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu

24Kanaafuu Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

25Aariin ani isinitti aare dafee qabbanaaʼa;

26Waaqayyon Waan Hunda Dandaʼu sun,

27Gaafas baʼaan isaanii gatiittii keessan irraa,

28Isaan gara Ayyati seenan;

29Isaan karaa qalʼaa irra baʼanii,

30Yaa intala Galiim, iyyi!

31Maadmenaan baqataa jirti;

32Isaan harʼa Noob gaʼu;

33Kunoo Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,

34Inni bosona gobbuu qottoodhaan cira;

← Isaayyaas 9 Isaayyaas Isaayyaas 11 →