We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 65

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 64 Isaayyaas Isaayyaas 66 →

1“Ani warra na hin iyyaafatinitti nan mulʼadhe;

2Ani guyyaa guutuu gara uummata didaa taʼeetti,

3Isaan saba iddoo biqiltuu keessatti aarsaa dhiʼeessuudhaan,

4isaan warra awwaala gidduu tataaʼanii

5isaan warra, ‘Achi fagaadhu; natti hin dhiʼaatin;

6“Kunoo, wanni kun akkana jedhamee fuula koo duratti barreeffameera:

7Kunis cubbuu keessanii fi cubbuu abbootii keessanii ti”

8Waaqayyo akkana jedha:

9Anis Yaaqoob keessaa sanyii tokko,

10Saba koo kan na barbaaduuf

11“Garuu isin warra Waaqayyoon dhiiftanii

12ani irbaata goraadee isinan godha;

13Kanaafuu Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

14Garboonni koo

15Filatamtoonni koo maqaa isin dabarfattan sana

16Namni lafa irratti eebbifamu kam iyyuu,

17“Kunoo ani, samiiwwan haaraa fi

18Isin garuu waan ani uumutti,

19Ani Yerusaalemitti nan gammada;

20“Siʼachi, daaʼimni guyyaa muraasa qofa jiraatu,

21Namoonni mana ni ijaarratu; achi keessas ni jiraatu;

22Siʼachi isaan mana ijaaranii namoonni biraa keessa hin jiraatan;

23Isaan akkasumaan hin dadhaban

24Ani utuu isaan na hin waammatin nan deebisaaf;

25Yeeyyii fi xobbaallaan hoolaa walii wajjin nyaatu;

← Isaayyaas 64 Isaayyaas Isaayyaas 66 →