We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 64

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 63 Isaayyaas Isaayyaas 65 →

1Akka tulluuwwan fuula kee duratti raafamaniif,

2Akkuma ibiddi hanxaxii gubee, bishaan danfisu sana,

3Ati yeroo waan sodaachisaa nu hin yaadin hojjettetti gad buute;

4Si malee Waaqa warra isa abdataniif dhaabatu,

5Ati warra gammachuudhaan waan tolaa hojjetan

6Hundi keenya akka nama qulqullina hin qabnee taaneerra;

7Namni maqaa kee waammatu tokko iyyuu hin jiru;

8Taʼus yaa Waaqayyo, ati Abbaa keenya.

9Yaa Waaqayyo, ati akka malee hin dheekkamin;

10Magaalaawwan kee qulqulloonni onaniiru;

11Manni qulqullummaa keenya qulqullichii fi ulfina qabeessi,

12Yaa Waaqayyo, ati wantoota kanneen hunda calʼuma jettee ilaaltaa?

← Isaayyaas 63 Isaayyaas Isaayyaas 65 →