We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 63

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 62 Isaayyaas Isaayyaas 64 →

1Kan uffata isaa halluu diimaa cuuphee

2Uffanni kee maaliif akkuma uffata

3“Ani kophaa koo boolla itti wayinii cuunfan keessatti wayinii nan dhidhiite;

4Guyyaan haaloo baʼuu garaa koo keessa jiraatii;

5Anis milʼadhee nama na gargaaru tokko iyyuu nan dhabe;

6Ani aarii kootiin saboota irra nan dhidhiite;

7Akkuma waan inni nuuf hojjete hundaatti

8Innis, “Isaan dhugumaan saba koo ti;

9Dhiphina isaanii hunda keessatti, innis ni dhiphate;

10Isaan garuu fincilanii

11Kana irratti sabni isaa bara durii,

12kan akka irreen isaa ulfina qabeessi jabaan sun,

13kan tuujuba keessaan isaan qajeelche sun eessa jira?

14akkuma loon dirreetti bobbaʼaniitti,

15Ati samii irraa, teessoo kee qulqulluu fi

16Yoo Abrahaam nu beekuu baatee,

17Yaa Waaqayyo, ati maaliif akka nu karaa kee irraa badnuu fi

18Sabni kee yeroo yartuuf iddoo kee qulqulluu dhaalee ture;

19Nu durumaa jalqabnee kanuma kee ti;

← Isaayyaas 62 Isaayyaas Isaayyaas 64 →