1“Yaa intala Baabilon Durba Qulqullittii,
2Dhagaa daakuu fudhadhuutii midhaan daaki;
3Qullaan kee ifatti ni baʼa;
4Furiin keenya maqaan isaa Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼuu dha;
5“Yaa Intala Baabilonotaa,
6Ani saba kootti dheekkameera;
7Ati, ‘Ani bara baraan itti fufee
8“Ammas yaa ishee qananiituu,
9Wantoonni kunneen lamaan,
10Ati hammina kee amanattee,
11Wanni hamaan sitti dhufa;
12“Yoos ati tolcha keetii fi
13Gorsi ati argatte hundi dadhabbii qofa sitti fide!
14Dhugumaan isaan akkuma cidii ti;
15Wanni warri ati wajjin dadhabdee