We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 46

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 45 Isaayyaas Isaayyaas 47 →

1Beel gad jedha; Neboo akka malee gugguufa;

2Isaan gugguufanii walii wajjin gad jedhu;

3“Yaa mana Yaaqoob,

4Hamma dulloomtanii arrii baaftanitti,

5“Isin eenyuun wal bira na qabdu yookaan eenyuun wal na qixxeessitu?

6Namoonni tokko tokko korojoo isaanii keessaa warqee gad naqanii

7Ol fuudhanii gatiittii isaaniitti ni baatu;

8“Yaa finciltoota, waan kana yaadadhaa;

9Wantoota darban kanneen bara durii yaadadhaa;

10Ani dhuma waan tokkoo jalqabumatti nan labsa;

11Baʼa biiftuutii allaattii waa adamsitu,

12Yaa mata jabeeyyii,

13Ani qajeelummaa koo nan dhiʼeessa;

← Isaayyaas 45 Isaayyaas Isaayyaas 47 →