We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 45

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 44 Isaayyaas Isaayyaas 46 →

1“Waaqayyo dibamaa isaa Qiiros,

2Ani fuula kee dura deemee

3Ati akka ani Waaqayyo

4Ati na beekuu baattu iyyuu,

5Ani Waaqayyo; ana malee kan biraa hin jiru;

6Kunis akka namoonni baʼa biiftuutii hamma lixa biiftuutti,

7Ani ifa nan tolcha; dukkanas nan uuma;

8“Yaa samiiwwan, isin ol gubbaadhaa qajeelummaa roobsaa;

9“Qiraacii qiraaciidhuma lafaa taʼee

10Nama Abbaadhaan, ‘Ati maal dhalchite?’

11“Waaqayyo, Qulqullichi Israaʼel

12Kan lafa tolchee namas ishee irratti uume ana.

13Ani qajeelummaa kootiin Qiirosin ol nan kaasa:

14Waaqayyo akkana jedha:

15Yaa Waaqi, Fayyisaa Israaʼel,

16Warri waaqota tolfamoo tolchan hundinuu ni qaanaʼu; ni salphatu;

17Israaʼel garuu fayyina bara baraatiin

18Waaqayyo akkana jedha;

19Ani biyya dukkanaa keessaa

20“Walitti qabamaa kottaa;

21Waanan taʼuu qabu dubbadhaa; dhiʼeeffadhaas;

22“Isin warri handaara lafaa hundi,

23Ani mataa kootiin kakadheera;

24Isaanis, ‘Qajeelummaa fi jabinni Waaqayyo qofaan argama’

25Sanyiin Israaʼel hundi garuu,

← Isaayyaas 44 Isaayyaas Isaayyaas 46 →