We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 44

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 43 Isaayyaas Isaayyaas 45 →

1“Amma garuu yaa Yaaqoob garbicha ko,

2Waaqayyo inni si uume,

3Ani lafa dheebote irratti bishaan,

4Isaan akkuma marga bishaan gidduutii fi

5Namni tokko, ‘Ani kan Waaqayyoo ti’ ofiin jedha;

6“Waaqayyo Mootii fi Furiin Israaʼel

7Yoos kan akka koo eenyu? Mee inni hafuura haa baafatu.

8Hin rifatinaa; hin sodaatinaa.

9Warri waaqota tolfamoo tolchan hundi gatii hin qaban;

10Eenyutu waaqa tolfamaa fi

11Isaa fi namni akka isaa ni qaaneffama;

12Tumtuun meeshaa ittiin waa tumu harkatti qabatee

13Namni muka soofu funyoodhaan safara

14Inni birbirsa mura;

15Mukni sun qoraan bobeeffamu taʼa;

16Gartokkee mukkeen sanaa ni bobeessa;

17Mukkeen hafaniin immoo waaqa sobaa, waaqa isaa tolfamaa tolfata;

18Isaan homaa hin beekan; homaa hin hubatanis;

19Namni tokko iyyuu itti hin yaadu;

20Inni daaraa nyaata; garaan gowwoomfames karaa irraa isa jalʼiseera;

21“Yaa Yaaqoob, ati waan kana yaadadhu;

22Ani yakka kee akkuma duumessaa,

23Yaa samiiwwan, Waaqayyo waan kana godheeraatii gammachuudhaan faarfadhaa;

24“Waaqayyo Furiin kee,

25isa mallattoo raajota sobaa

26isa dubbii garboota isaa mirkaneessee

27isa tuujubaan, ‘Ati gogi;

28isa Qiirosin, ‘Inni tiksee koo ti;

← Isaayyaas 43 Isaayyaas Isaayyaas 45 →