We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 43

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 42 Isaayyaas Isaayyaas 44 →

1Amma garuu yaa Yaaqoob, Waaqayyo inni si uume,

2Yommuu ati bishaan keessa dabartu,

3Ani Waaqayyo Waaqni kee,

4Waan ati ija koo duratti jaallatamaa fi kabajamaa taateef,

5Ani si wajjinan jiraatii hin sodaatin;

6Ani Kaabaan, ‘Isaan gad dhiisi!’

7kan maqaa kootiin waamame hunda,

8Warra utuu ija qabanuu jaamanii

9Sabni hundi tokkummaadhaan walitti haa qabamu;

10Waaqayyo akkana jedha;

11Ana, anuma qofatu Waaqayyo;

12Ani mulʼiseera; fayyiseera; labseeras;

13“Bara duriitii jalqabee ani isuma.

14Waaqayyo Furiin kee,

15Ani Waaqayyo, Qulqullicha keessan,

16Waaqayyo inni, galaana keessaan karaa,

17inni gaariiwwanii fi fardeen, loltootaa fi gargaartota isaanii

18“Wantoota durii irraanfadhaa;

19Kunoo, ani waan haaraa tokko nan hojjedhaa!

20Bineensonni bosonaa,

21sabni ani ofii kootiif filadhe

22“Yaa Yaaqoob, ati garuu na hin waammanne;

23Ati aarsaa gubamuu fi hoolota naaf hin fidne;

24Ati qundhii urgaa gaarii qabu naa hin binne;

25“Kan ofii kootiif jedhee yakka kee sirraa haqee

26Mee waan darbe irra naa deebiʼi;

27Abbaan kee kan jalqabaa cubbuu hojjete;

28Kanaafuu ani itti gaafatamtoota mana qulqullummaa keetii nan salphisa;

← Isaayyaas 42 Isaayyaas Isaayyaas 44 →