We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 42

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 41 Isaayyaas Isaayyaas 43 →

1“Tajaajilaan koo inni ani utubee dhaabu,

2Inni hin wacu yookaan hin iyyu;

3Shambaqqoo buruqe hin cabsu;

4hamma murtii qajeelaa lafa irratti fidutti,

5Waaqayyo Waaqni samiiwwan uumee diriirse,

6“Ani Waaqayyo qajeelummaadhaan si waameera;

7atis ija jaamotaa ni banta;

8“Ani Waaqayyo; maqaan koos kanaa dha!

9Kunoo wanni duraanii raawwatameera;

10Isin warri galaana buutanii fi wantoonni achi keessa jiraattan hundi,

11Gammoojjii fi magaalaawwan ishee sagalee isaanii ol haa fudhatan;

12Isaan Waaqayyoof ulfina haa kennan;

13Waaqayyo akka nama jabaa tokkootti ni duula;

14“Ani yeroo dheeraaf calʼiseera;

15Ani tulluuwwanii fi gaarran nan onsa;

16Ani jaamota karaa isaan hin beekne irra nan qajeelcha;

17Warri waaqota tolfamoo amanatan,

18“Isin duudota nana, dhagaʼaa;

19Tajaajilaa koo malee jaamaan eenyu?

20Ati waan baayʼee argite; garuu hin qalbeeffanne;

21Waaʼee qajeelummaa isaatiif jedhee

22Sabni kun garuu saba saamamee boojiʼamee dha;

23Isin keessaa eenyutu waan kana dhaggeeffata?

24Eenyutu Yaaqoobin boojuuf,

25Kanaafuu inni dheekkamsa isaa bobaʼaa sana,

← Isaayyaas 41 Isaayyaas Isaayyaas 43 →