We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 41

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 40 Isaayyaas Isaayyaas 42 →

1Waaqayyo akkana jedha;

2“Kan baʼa biiftuutii nama tokko kakaasee

3Inni isaan ariʼee,

4Jalqabaa kaasee dhaloota waamee

5Biyyoonni bishaan gidduu arganii sodaatu;

6tokkoon tokkoon namaa wal gargaara;

7Tumtuun sibiilaa tumtuu warqee ni jajjabeessa;

8“Ati garuu, yaa garbicha koo Israaʼel,

9ani handaara lafaatii si fudhadhe;

10Kanaafuu ati hin sodaatin; ani si wajjin jiraatii;

11“Kunoo, warri sitti aaran hundi,

12Ati diinota kee barbaadduu iyyuu, isaan hin argattu.

13Ani Waaqayyo Waaqni kee

14Yaa Yaaqoob raammoo nana,

15“Ani kunoo, meeshaa ittiin midhaan dhaʼan,

16Ati jara ni afarsita; qilleensis ol isaan fudhata;

17“Hiyyeeyyii fi rakkattoonni bishaan barbaadu;

18Lafa ol kaʼaa qullaa irra lageen nan yaasa;

19Gammoojjii keessatti

20Kunis akka namoonni

21“Dhimma keessan dhiʼeeffadhaa” jedha Waaqayyo;

22“Akka isaan waan taʼuuf jiru nutti himaniif,

23akka nu akka isin waaqota taatan beeknuuf,

24Kunoo isin wayittuu hin hedamtan;

25“Ani nama tokko kaabaa nan kaase; innis dhufa;

26Akka nu beekuu dandeenyuuf

27Namni jalqabatti, ‘Kunoo isaan as jiru!’

28Ani nan ilaale; garuu homtuu hin turre;

29Kunoo, hundi isaanii faayidaa hin qaban!

← Isaayyaas 40 Isaayyaas Isaayyaas 42 →