1Yaa barbadeessaa,
2Yaa Waaqayyo, nu maari; nu si eeggannaa.
3Sagalee kakawwee keetiitiin, namoonni baqatu;
4Yaa saboota, akkuma hawwaannisni walitti qabamu sana
5Waaqayyo ol ol jedha; inni ol gubbaa jiraataatii;
6Inni bara keetiif hundee amansiisaa, kuusaa fayyinaa,
7Kunoo gootonni isaanii sagalee ol fudhatanii daandii irratti iyyu;
8Karaawwan gurguddaan onaniiru;
9Lafti ni boossi; ni barbadoofti;
10Waaqayyo akkana jedha; “Ani amma nan kaʼa;
11Isin habaqii ulfooftu; cidii deessu;
12Namoonni akkuma nooraa gubamu;
13Isin warri fagoo jirtan waan ani hojjedhe dhagaʼaa;
14Cubbamoonni Xiyoon keessaa ni sodaatu;
15Namni qajeelummaan jiraatee dhugaa dubbatu,
16iddoo ol kaʼaa irra jiraata;
17Iji kee mooticha miidhagummaa isaatiin arga;
18Atis akkana jettee garaa keetti raafama durii sana yaadda:
19Ati siʼachi saba hamaa,
20Xiyoon, magaalaa ayyaana keenyaa hubadhuu ilaali;
21Waaqayyo achitti Humna keenya taʼa.
22Waaqayyo abbaa murtii keenyaatii;
23Funyoon kee laafeera;
24Namni Xiyoon keessa jiraatu kam iyyuu, “Na dhukkuba” hin jedhu;