We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 34

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 33 Isaayyaas Isaayyaas 35 →

1Yaa saboota, isin as dhiʼaadhaatii dhaggeeffadhaa;

2Waaqayyo saboota hundatti aareera;

3Isaan keessaa warri duʼan alatti gad darbataman;

4Raayyaawwan samii hundinuu ni baqu;

5Goraadeen koo samii keessatti hamma quufutti dhugeera;

6Goraadeen Waaqayyoo dhiiga keessa cuuphameera;

7Gafarsi isaan wajjin,

8Waaqayyo guyyaa itti haaloo baʼu,

9Burqaawwan Edoom leeleetti,

10Inni halkan yookaan guyyaa hin dhaamu;

11Cululleen gammoojjiitii fi dhaddeen lafa sana ni fudhatu;

12Gurguddoonni ishee waan mootummaa jedhamee waamamu achii hin qabaatan;

13Masaraa ishee qoraattii,

14Uumamawwan gammoojjii waraabessa wajjin wal gaʼu;

15Urunguun achitti manʼee ijaarrattee hanqaaquu hanqaaqxi;

16Kitaaba Waaqayyoo keessaa ilaalaatii kan akkana jedhu dubbifadhaa:

17Isatu qooda isaanii hiraaf;

← Isaayyaas 33 Isaayyaas Isaayyaas 35 →