We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 32

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 31 Isaayyaas Isaayyaas 33 →

1Kunoo mootiin qajeelummaadhaan moʼa;

2Tokkoon tokkoon namaa akkuma daʼannoo bubbee jalaa itti daʼatanii,

3Ergasiis iji warra waa arguu hin dunuunfatu;

4Qalbiin nama jarjaru tokkoo ni beeka; ni hubata;

5Siʼachi gowwaan ulfina qabeessa hin jedhamu;

6Gowwaan sababii gowwummaa dubbatuuf

7Malli addaggee hammina;

8Namni ulfina qabeessi garuu karoora ulfaataa baasa;

9Yaa dubartoota akka malee boontan

10Isin warri waan nagaa qabdan of seetan

11Yaa dubartoota boontuuwwan isin holladhaa;

12Lafa qotiisaa gaariif,

13lafa uummata koo kan qoraattii fi

14Daʼannoon ni ona;

15kunis hamma Hafuurri Qulqulluun gubbaadhaa nurratti dhangalaafamuu fi

16Murtii qajeelaan gammoojjii keessa jiraata;

17Buʼaan qajeelummaa nagaa dha;

18Sabni koo iddoo jireenyaa nagaa qabu,

19Yommuu cabbiin bosona irratti buʼu,

20isin warri qarqara laga hundaatti sanyii facaafattanii

← Isaayyaas 31 Isaayyaas Isaayyaas 33 →