We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 31

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 30 Isaayyaas Isaayyaas 32 →

1Warra gargaarsa barbaacha gara Gibxitti gad buʼaniif,

2Taʼus inni ogeessa; balaas fiduu dandaʼa;

3Warri Gibxi namootuma malee Waaqa miti;

4Waaqayyo akkana naan jedha:

5Akkuma simbirroon mataa namaa irra naannoftu sana

6Yaa saba Israaʼel, gara Isa akka malee itti finciltan sanaatti deebiʼaa.

7Bara sana tokkoon tokkoon keessan waaqota tolfamoo harki keessan cubbamaan sun meetii fi warqee irraa hojjetee ture sana ni gattuutii.

8“Asoor goraadee kan namaa hin taʼiniin kufti;

9Daʼoon isaanii sababii sodaatiif ni jiga;

← Isaayyaas 30 Isaayyaas Isaayyaas 32 →