We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 30

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 29 Isaayyaas Isaayyaas 31 →

1Waaqayyo akkana jedha:

2kanneen utuu anaan hin mariʼatin Gibxitti gad buʼan,

3Eegumsi Faraʼoon garuu qaanii isinitti taʼa;

4Isaan yoo Zooʼaan keessatti qondaaltota qabaatan iyyuu,

5tokkoon tokkoon isaanii sababii uummata isaan hin fayyadne

6Raajii waaʼee bineensota Negeeb dubbatame:

7gara Gibxi kan gargaarsi ishee gonkumaa buʼaa hin qabne sanaa dhaqu.

8Amma dhaqiitii gabatee irratti barreessiif;

9Jarri kunneen uummata fincilaa, ijoollee sobduu dha;

10Isaan mulʼata argitootaan,

11Karaa kana gad dhiisaa;

12Kanaafuu Qulqullichi Israaʼel akkana jedha:

13cubbuun kun, akkuma dallaa ol dheeraa

14Dallaan sun akkuma miʼa supheetti,

15Waaqayyo Gooftaan, Qulqullichi Israaʼel akkana jedha:

16Isinis, ‘Lakki, nu fardeeniin ni baqanna’ jettu.

17Doorsisa nama tokkootiin, kumatu baqata;

18Taʼus Waaqayyo isiniif arjoomuu barbaada;

19Yaa saba Xiyoon, warri Yerusaalem keessa jiraattan, isin siʼachi hin boossan. Yeroo isin gargaarsa barbaachaaf gara isaatti iyyattanitti inni dhugumaan isiniif arjooma! Akkuma dhagaʼeenis deebii isiniif kenna.

20Gooftaan buddeena rakkinaatii fi bishaan dhiphinaa siif kennu illee barsiisaan kee siʼachi hin dhokatu; ati ijuma keetiin isa argita.

21Ati yeroo gara mirgaatti yookaan gara bitaatti gortutti, dugda kee duubaan sagalee, “Karaan kana; isa irra deemi” jedhu tokko gurri kee ni dhagaʼa.

22Ati ergasii waaqota kee tolfamoo kanneen meetiin irra dibamee fi fakkiiwwan kee kanneen warqeen itti uffifame sana ni xureessita; akkuma huccuu xuraaʼummaas of irraa isaan darbattee, “Asii badaa!” jettaan.

23Inni sanyii ati lafatti facaafattuuf bokkaa siif kenna; midhaan lafti baaftus kan misee fi kan akka malee baayʼate taʼa. Bara sana keessa loon kee lafa dheedaa balʼaa irratti bobbaʼu.

24Qotiyyoo fi harreen qotiisaa okaa filatamaa qorbii fi afarsaadhaan qulqulleeffame nyaatu.

25Guyyaa badiisa guddaatti, yeroo qooxiiwwan eegumsaa jijjiganitti yaaʼawwan bishaanii tulluuwwanii fi gaarran ol dhedheeroo hunda irra yaaʼu.

26Gaafa Waaqayyo cabaa saba isaa hidhee warra madeesse illee fayyisutti jiʼi akkuma aduu ifa; ifni aduus akkuma ifa guyyaa torbaa dachaa torba ni ifa.

27Kunoo Maqaan Waaqayyoo aarii bobaʼuu fi

28Hafuurri inni baafatu akkuma laga guutee

29Isin akkuma halkan ayyaana qulqulluu ayyaaneffattanitti,

30Waaqayyo akka namoonni sagalee isaa surra qabeessa sana dhagaʼan ni godha;

31Sagaleen Waaqayyoo Asoorin ni caccabsa;

32Adabbiin ulee kan Waaqayyo

33Toofet dur qopheeffame;

← Isaayyaas 29 Isaayyaas Isaayyaas 31 →