1Yaa Ariiʼeel, yaa Ariiʼeel,
2Taʼus ani Ariiʼeelin marsee nan qaba;
3Ani karaa hundaan naannoo kee nan qubadha;
4Ati gad deebifamtee lafa irraa ni dubbatta;
5Diinonni kee hedduun garuu akka awwaara bullaaʼee,
6Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,
7Ergasii tuunni saboota hundaa kan Ariiʼeeliin lolu,
8kunis akkuma namni beelaʼe tokko akka waa nyaachaa jiru abjuudhaan argee
9Rifadhaa; dinqisiifadhaas;
10Waaqayyo hirriba cimaa isinitti buuseera;
11Mulʼanni kun hundi isiniif dubbii kitaaba maramaa irratti chaappeffame malee homaa miti. Yoo isin kitaaba kana nama dubbisuu dandaʼu tokkotti kennitanii, “Maaloo mee waan kana dubbisi” jettaniin inni, “Sababii kitaabichi chaappeffameef ani dubbisuu hin dandaʼu” jedhee deebisa.
12Yookaan yoo isin kitaaba maramaa kana nama dubbisuu hin dandeenye tokkotti kennitanii, “Maaloo mee waan kana dubbisi” jettaniin inni, “Ani akkamitti akkan dubbisu hin beeku” jedhee deebisa.
13Gooftaan akkana jedha:
14Kanaafuu ani amma illee dinqii irratti dinqii dabalee
15Warra karoora isaanii
16Kun jalʼina keessan,
17Libaanoon yeroo gabaabaa keessatti lafa qotiisaa gabbatte hin taatuu?
18Gaafas duudaan dubbii kitaaba maramaa ni dhagaʼa;
19Namni gad of qabu ammas Waaqayyotti ni gammada;
20Gara jabeeyyiin ni badu;
21warri dubbiin yakkamaa nama godhan,
22Kanaafuu Waaqayyo inni Abrahaamin fure sun mana Yaaqoobiin akkana jedha:
23Isaan yeroo gidduu isaaniitti ijoollee isaanii
24Warri dogoggoran hubannaa ni argatu;