We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 28

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 27 Isaayyaas Isaayyaas 29 →

1Gonfoo of tuulummaa kan machooftota Efreem sanaaf,

2Kunoo, Gooftaan isa humna qabeessaa fi jabaa tokko qaba.

3Gonfoon of tuulummaa,

4Daraaraan harcaʼu, miidhaginni isaa kabajamaan,

5Bara sana Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu

6Inni nama murtii kennuuf taaʼuuf hafuura murtii qajeelaa taʼa;

7Jarri kuni daadhii wayiniitiin gatantaru;

8Maaddiin hundinuu diddigaan guutameera;

9“Namni inni waa barsiisuu yaalu kun eenyu?

10Ajaja irratti ajaja; ajaja irratti ajaja;

11Yoos Waaqni afaan alagootaatiin,

12inni akkana isaaniin jedhe;

13Yoo akkasii dubbiin Waaqayyoo akkana isaanitti taʼa;

14Kanaafuu isin qoostonni

15Isin akkana jettanii of tuultu; “Nu duʼa wajjin kakuu galleerra;

16Kanaafuu Waaqayyo Gooftaan akkana jedha;

17Ani murtii qajeelaa funyoo ittiin safaran,

18Kakuun isin duʼa wajjin godhattan ni diigama;

19Inni yeroo dhufu hunda isin fudhatee deema;

20Sireen irratti diriirfachuuf baayʼee gabaabaa dha;

21Waaqayyo hojii isaa, hojii isaa haaraa sana hojjechuuf,

22Amma qoosaa keessan dhiisaa;

23Dhaggeeffadhaatii sagalee koo dhagaʼaa;

24Qonnaan bulaan tokko yeroo sanyii facaasuuf lafa qotatutti, ittuma fufee qotaa?

25Inni yeroo lafa wal qixxeessutti

26Waaqni isaa isa barsiisa;

27Abasuudni gangalchaadhaan hin dhaʼamu;

28Midhaan buddeena tolchuuf daakamuu qaba;

29Wanni kun hundinuu Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼu,

← Isaayyaas 27 Isaayyaas Isaayyaas 29 →