1Bara sana,
2Bara sana akkana jedhama;
3ani Waaqayyo isa nan eega;
4Ani hin aaru.
5Yoo kanaa achii isaan kooluu natti haa galan;
6Bara dhufuuf jiru keessa Yaaqoob hidda baasa;
7Waaqayyo akkuma warra ishee rukutan sana rukute,
8Ati waraanuu fi ariʼuudhaan isheedhaan wal falmite;
9Yommuu inni dhagoota iddoo aarsaa hunda
10Magaalaan dallaa jabaa qabdu ni onti;
11Dameen ishee yeroo gogutti irraa caccaba;
12Bara sana Waaqayyo Laga Efraaxiisii hamma laga Gibxitti midhaan dhaʼa; yaa Israaʼeloota, isin tokko tokkoon walitti ni qabamtu.
13Bara sana malakanni guddaan tokko ni afuufama. Warri Asoor keessatti badanii turanii fi warri Gibxi keessatti faffacaʼanii turan dhufanii tulluu qulqulluu irratti Yerusaalem keessatti Waaqayyoon waaqeffatu.