We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 26

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 25 Isaayyaas Isaayyaas 27 →

1Bara sana faarfannaan kun biyya Yihuudaa keessatti faarfatama:

2Akka sabni qajeelaan,

3Inni sitti irkateeraatii,

4Sababii Waaqayyo, Waaqayyo mataan isaa,

5Inni warra iddoo ol kaʼaa irra jiraatan gad qaba;

6Miilli, miilli warra hacuucamee,

7Daandiin nama qajeelaa wal qixxaataa dha;

8Yaa Waaqayyo,

9Halkan lubbuun koo si yaaddi;

10Namni hamaan gara laafinni godhamuuf iyyuu,

11Yaa Waaqayyo, harki kee ol kaafameera;

12Yaa Waaqayyo, ati nagaa nuuf kenniteerta;

13Yaa Waaqayyo Waaqa keenya,

14Isaan amma duʼaniiru; siʼachi hin jiraatan;

15Yaa Waaqayyo, ati saba baayʼisteerta;

16Yaa Waaqayyo, isaan yeroo dhiphinaatti si barbaaddatan;

17Akkuma dubartiin ulfaa yeroo daʼuu geessutti,

18Nu ulfoofnee, ciniinsuudhaan wixxirfanne;

19Garuu namoonni kee kanneen duʼan ni jiraatu;

20Yaa saba ko, kutaa mana keetti ol galiitii

21Kunoo, Waaqayyo sababii cubbuu isaaniitiif

← Isaayyaas 25 Isaayyaas Isaayyaas 27 →