1Wanni Isaayyaas ilmi Amoos waaʼee Yihuudaatii fi Yerusaalem arge kanaa dha:
2Bara dhumaa keessa,
3Namoonni baayʼeen dhufanii akkana jedhu;
4Inni saboota gidduutti murtii kenna;
5Yaa mana Yaaqoob,
6Kanaafuu saba kee,
7Biyyi isaanii meetii fi warqeen guutamteerti;
8Biyyi isaanii waaqota tolfamoodhaan guutamteerti;
9Kanaafuu namni gad qabama;
10Argamuu Waaqayyoo isa sodaachisaa fi
11Iji nama of tuuluu gad qabama;
12Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu
13Inni birbirsa Libaanoon dheeraa fi
14tulluuwwan ol dhedheeroo hundaaf,
15gamoo gurguddaa hundaaf,
16doonii daldalaa hundaa fi waan gatii guddaa qabu hundaaf
17Of tuulummaan namaa gad qabama;
18waaqonni tolfamoon guutumaan guutuutti ni barbadeeffamu.
19Namoonni yommuu inni lafa raasuuf kaʼutti,
20Gaafas namoonni waaqota isaanii tolfamoo
21Isaan yommuu inni lafa raasuuf kaʼutti
22Nama duʼa hin oolle,