We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 1

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

Isaayyaas Isaayyaas 2 →

1Mulʼata Isaayyaas ilmi Amoos bara bulchiinsa Uziyaan, bara Yootaam, bara Aahaazii fi bara Hisqiyaas keessa waaʼee Yihuudaatii fi Yerusaalem arge.

2Yaa Samiiwwan dhagaʼaa! Yaa lafa dhaggeeffadhu!

3Qotiyyoon gooftaa isaa,

4Yaa saba cubbamaa,

5Isin siʼachi maaliif rukutamtu?

6Faana miilla keessaniitii hamma gubbee mataa keessaniitti,

7Biyyi keessan duwwaa hafteerti;

8Intalli Xiyoon akkuma daʼannoo iddoo

9Utuu Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu

10Yaa bulchitoota Sodoom

11Waaqayyo akkana jedha;

12Isin yommuu fuula koo duratti mulʼachuuf dhuftan,

13Kennaa faayidaa hin qabne fiduu dhiisaa!

14Ayyaana Baatii keessanii fi

15Yeroo isin kadhannaaf harka keessan balʼifattan,

16Dhiqadhaatii of qulqulleessaa.

17waan qajeelaa hojjechuu baradhaa!

18Waaqayyo akkana jedha;

19Isin yoo fedhii qabaattanii ajajamtan,

20garuu yoo diddanii finciltan goraadeetu isin nyaata.”

21Akka magaalaan amanamtuun sun

22Meetiin kee ligidaaʼeera;

23Bulchitoonni kee finciltoota;

24Kanaafuu Gooftaan, Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu,

25Ani harka koo sitti nan deebisa;

26Ani akkuma bara durii abbootii murtii iddootti,

27Xiyoon murtii qajeelaadhaan,

28Finciltoonnii fi cubbamoonni garuu ni caccabu;

29“Isin sababii muka qilxuu itti gammaddan sanaatiif ni qaanoftu;

30Isin akka qilxuu baalli irraa harcaʼee,

31Namni jabaan akkuma huubaa,

Isaayyaas Isaayyaas 2 →