We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 3

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 2 Isaayyaas Isaayyaas 4 →

1Kunoo Gooftaan,

2gootaa fi loltuu,

3ajajaa shantamaatii fi nama ulfina qabu,

4“Ani dargaggoota qondaaltota isaanii nan godha;

5Namoonni wal hacuucu;

6Namni tokko mana abbaa isaatti,

7Inni garuu gaafas,

8Yerusaalem gatantaraa jirti;

9Haalli fuula isaanii dhugaa isaanitti baʼa;

10Akka wanni kun isaaniif tolu qajeeltotatti himaa;

11Hamaadhaaf wayyoo!

12Dargaggoonni saba koo cunqursu;

13Waaqayyo murtii kennuuf taaʼeera;

14Waaqayyo akkana jedhee

15Isin saba koo caccabsuun keessan,

16Waaqayyo akkana jedha;

17Kanaafuu Gooftaan mataa intallan Xiyoonitti qaaqee ni fida;

18Gaafas Gooftaan faaya miidhagina isaanii: albuu, marata mataa, faaya mormaa kan baatii fakkaatu,

19amartii gurraa, bitawoo, haguuggii fuulaa,

20Marata mataa, faaya miillaa, sabbata, bilqaaxxii shittoo, kudhaama,

21qubeelaa chaappaa, amartii funyaanii

22wandaboo filatamaa, koofiyyaa, qoloo, korojoo harkaa,

23of ilaaleewwan, wayyaa quncee talbaa irraa hojjetame, gonfoo dubartootaatii fi uffata mormaa isaan irraa mulqa.

24Qooda urgaa, ajaa;

25Namoonni keessan goraadeedhaan,

26Karri Xiyoon faarsitee boossi;

← Isaayyaas 2 Isaayyaas Isaayyaas 4 →