We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 17

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 16 Isaayyaas Isaayyaas 18 →

1Raajii Damaasqoodhaan mormu:

2Magaalaawwan Aroʼeer ni onu;

3Magaalaan jabeeffamtee ijaaramte Efreem keessaa,

4“Bara sana keessa ulfinni Yaaqoob gad deebiʼa;

5Akkuma namni midhaan haamu tokko,

6Taʼus akkuma yeroo mukni ejersaa dhaʼamuutti,

7Gaafas namoonni gara Uumaa isaanii ilaalu;

8Isaan gara iddoo aarsaa,

9Gaafas magaalaawwan jajjaboon isaan sababii Israaʼelootaatiif keessaa baʼan sun akkuma lafa bosona keessaa kan namni dhiisee deemee taʼu. Hundi ni onu.

10Ati Fayyisaa kee, Waaqa irraanfatteerta;

11yoo guyyuma dhaabde sana akka inni biqilu goote iyyuu

12Saboota baayʼee kanneen aaraniif wayyoo!

13Saboonni akkuma huursaa bishaan cabsee deemuu

14Galgala sodaan akkuma tasaa isaan qabatti!

← Isaayyaas 16 Isaayyaas Isaayyaas 18 →