1Biyya lageen Itoophiyaatiin gamaa
2isheen galaana irra,
3Isin uummanni addunyaa hundi,
4Waaqayyo akkana naan jedhe:
5Haamaa midhaaniitiin dura, yeroo hudhaan daraaree
6Isaan hundinuu allaattii tulluu kan waa adamsuu fi
7Gaafas saba dhedheeroo kanneen gogaan isaanii lallaafu irraa,