1Seelaa, gammoojjii gama jirtu sana irraa
2Akkuma simbira manʼee ishee keessaa ariʼamtee
3“Gorsa nuuf kennaa; murtii murteessaa.
4Baqattoonni Moʼaab isin wajjin haa jiraatan;
5Teessoon jaalalaan hundeeffama;
6Nu of tuulummaa Moʼaab,
7Kanaafuu Moʼaabonni ni booʼu;
8Lafti qotiisaa Heshboon,
9Kanaafuu ani akkuma Yaʼizeer boosse sana,
10Ililchuu fi gammaduun iddoo biqiltuu keessaa badaniiru;
11Garaan koo akkuma baganaa faarsee Moʼaabiif booʼa;
12Moʼaab yoo iddoo ol kaʼaatti mulʼatte,
13Kun dubbii Waaqayyo duraanuu waaʼee Moʼaab dubbatee dha.
14Waaqayyo garuu amma akkana jedha: “Waggaa sadii keessatti, ulfinni Moʼaabii fi namoonni ishee hedduun hundi akkuma hojjetaan tokko guyyaa isaa lakkaaʼatu sana ni tuffatamu; kanneen hafanis akka malee muraasaa fi dadhaboo taʼu.”