1Raajii waaʼee Moʼaab:
2Diiboon gara mana qulqullummaatti,
3Isaan daandii irratti wayyaa gaddaa uffatu;
4Heshboonii fi Eleʼaaleen ni iyyu;
5Garaan koo Moʼaabiif iyya;
6Bishaanonni Niimriim goganiiru;
7Kanaafuu isaan qabeenya argatanii kuufatan sana
8Iyyi isaanii hamma daarii Moʼaabitti dhagaʼame;
9Bishaanonni Diimon dhiigaan guutamaniiru;