We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 14

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 13 Isaayyaas Isaayyaas 15 →

1Waaqayyo Yaaqoobiif garaa ni laafa;

2Saboonni isaan fudhatu;

3Guyyaa Waaqayyo itti dhiphina, rakkinaa fi hojii hamaa isin itti garboomfamtanii turtan sana jalaa isin boqochiisutti,

4akkana jettee mootii Baabilonitti ni qoosta:

5Waaqayyo ulee hamootaatii fi

6kan dheekkamsa wal irraa hin cinneetiin

7Lafti hundi boqonnaa fi nagaa argatti;

8Gaattiraawwanii fi birbirsawwan

9Siiʼool isheen gadii yeroo ati dhuftutti si simachuuf kaati;

10Isaan hundinuu deebisanii akkana jedhu;

11Ulfinni kee hundinuu, sagalee baganaa keetii wajjin

12Yaa bakkalcha barii, ilma barii barraaqaa,

13Ati garaa keetti akkana jette;

14Ani fiixee duumessootaa gara irraatti ol nan baʼa;

15Garuu ati siiʼool keessa,

16Warri si argan ija babaasanii si ilaalu;

17namicha addunyaa kana gammoojjii godhe,

18Mootonni sabootaa hundi,

19Ati garuu akkuma damee jibbame tokkootti,

20ati sababii biyya kee balleessitee

21Sababii cubbuu abbootii isaaniitiif

22“Ani isaanitti nan kaʼa,”

23“Ani iddoo urunguun keessa jiraattuu fi

24Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu akkana jedhee kakateera;

25Ani biyya koo keessatti Asoorota nan barbadeessa;

26Karoorri guutummaa addunyaatiif murtaaʼe kanaa dha;

27Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu

28Raajiin kun bara Aahaaz mootichi duʼe keessa dhufe:

29Yaa Filisxeemota, uleen isin dhaʼe waan cabeef,

30Hiyyeessi gadadamaan iddoo itti bobbaʼu argata;

31Yaa karra, ati booʼi! Yaa magaalaa, iyyi!

32Ergamoota saba sanaatiif

← Isaayyaas 13 Isaayyaas Isaayyaas 15 →