We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 13

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 12 Isaayyaas Isaayyaas 14 →

1Raajii waaʼee Baabilon kan Isaayyaas ilmi Amoos arge:

2Tulluu homaa itti hin biqilin irratti

3Ani qulqulloota koo ajajeera;

4Waca tulluuwwan irraa,

5Isaan biyya fagoodhaa

6Waan guyyaan Waaqayyoo dhiʼaateef booʼaa;

7Kanaafuu harki hundinuu ni laamshaʼa;

8Sodaan isaan qabata;

9Kunoo guyyaan Waaqayyoo,

10Urjiiwwan samiitii fi tuunni isaanii

11Ani addunyaa kana sababii jalʼina isaatiif,

12Ani akka namni warqee qulqulluu caalaa gati qabeessa,

13Kanaafuu ani akka samiiwwan hollatan nan godha;

14Namni hundinuu akkuma kuruphee adamsamtuu,

15Namni boojiʼame hundinuu ni waraanama;

16Daaʼimman isaanii fuuluma isaanii duratti ni cicciramu;

17Kunoo ani warra Meedee

18Iddaan isaanii dargaggoota fixxi;

19Baabilon ulfinni moototaa,

20Namni ishee keessa hin qubatu;

21Garuu bineensonni bosonaa achi ciciisu;

22Waraabessi daʼannoowwan ishee keessaa yuusa;

← Isaayyaas 12 Isaayyaas Isaayyaas 14 →