We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Hisqiʼeel 28

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Hisqiʼeel 27 Hisqiʼeel Hisqiʼeel 29 →

1Ergasii dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe:

2“Yaa ilma namaa, bulchaa Xiiroosiin akkana jedhi; ‘Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

3Ati Daaniʼel caalaa ogeessaa?

4Ati ogummaa fi hubannaa keetiin

5Ati ogummaa guddaa daldala keessatti qabduun

6“ ‘Kanaafuu Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

7ani namoota biyya ormaa

8Isaan boolla keessa si buusu;

9Yoos ati fuula warra si ajjeesanii duratti,

10Ati harka namoota biyya ormaatti

11Dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe:

12“Yaa ilma namaa, waaʼee mootii Xiiroos faarsii booʼiitii akkana jedhiin: ‘Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

13Ati iddoo biqiltuu Waaqaa,

14Ati Kiirubii waa eegu taatee dibamte;

15Ati gaafa uumamtee jalqabdee

16Babalʼina daldala keetiitiin

17Sababii miidhagina keetiitiif,

18Ati cubbuu kee hedduu fi shaqqaba daldala keetiitiin

19Saboonni si beekan hundinuu

20Ergasii dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe;

21“Yaa ilma namaa, fuula kee Siidoonaatti garagalfadhuutii isheedhaan mormuudhaan raajii dubbadhu;

22akkanas jedhi: ‘Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

23Ani dhaʼicha isheetti ergee

24“ ‘Sabni Israaʼel siʼachi olloota hamoo akka sokorruu nama waraananii akka qoraattii immoo nama madeessan hin qabaatu. Ergasiis isaan akka ani Waaqayyo Gooftaa taʼe ni beeku.

25“ ‘Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: Yeroo ani mana Israaʼel saboota isaan keessa bibittinnaaʼan keessaa walitti qabutti, ani akkan isaan gidduutti qulqulluu taʼe fuula sabootaa duratti of nan argisiisa. Ergasii isaan biyya ofii isaanii kan ani garbicha koo Yaaqoobiif kenne sana keessa ni jiraatu.

26Isaan nagaadhaan achi jiraatanii manneen ijaarratanii wayiniis dhaabbatu; yeroo ani olloota isaanii kanneen isaan cunqursan adabutti, isaan nagumaan jiraatu. Ergasii isaan akka ani Waaqayyo Waaqa isaanii taʼe ni beeku.’ ”

← Hisqiʼeel 27 Hisqiʼeel Hisqiʼeel 29 →