We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Hisqiʼeel 27

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Hisqiʼeel 26 Hisqiʼeel Hisqiʼeel 28 →

1Ergasii dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe:

2“Yaa ilma namaa, waaʼee Xiiroos faarsii booʼi.

3Xiiroos ishee balbala galaanaa irra jiraattu, kan uummata qarqara galaanaa hundaaf daldaltuu taate sanaan akkana jedhi; ‘Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

4Daangaan kee garaa galaanaa keessa;

5Isaan laaxaa doonii keetii

6Qilxuu Baashaanii dhufeen

7Sharaan doonii keetii quncee talbaa

8Mooqxonni kee namoota Siidoonaa fi Arwaadii dhufan turan;

9Ogeeyyiin Gebaal kanneen muuxannoo guddaa qaban,

10“ ‘Namoonni Faaresi, kan Luudii fi kan Fuuxii,

11Namoonni Arwaadii fi Heeleekii

12“ ‘Sababii guddina qabeenya keetiitiif Tarshiish si wajjin daldalaa turte; isaan meetii, sibiila, qorqorroo fi dilaalii fidanii si wajjin wal geeddaraa daldalaa turan.

13“ ‘Giriik, Tuubaalii fi Meshek si wajjin daldalan; isaanis miʼoota gurguraa keetiin garbootaa fi miʼoota naasii geeddaru turan.

14“ ‘Namoonni Beet Toogarmaa immoo fardeen feʼiisaa, fardeen lolaatii fi gaangoliidhaan miʼa kee kan daldalaa geeddaratu ture.

15“ ‘Namoonni Dedaanii si wajjin daldalan; biyyoonni qarqara galaanaa baayʼeenis maamiloota kee turan; isaanis ilka arbaatii fi muka harsammeessaa siif baasan.

16“ ‘Sababii ati oomisha guddaa qabduuf Sooriyaan si wajjin daldalti ture; isaanis maragdiin, uffata diimaa dhiilgeen, wayyaa faayeffameen, uffata quncee talbaa irraa hojjetame haphii isaatiin, elellaanii fi lula diimaadhaan miʼoota kee daldalaa geeddaratan.

17“ ‘Yihuudaa fi Israaʼelis si wajjin daldalan; isaanis qamadii biyya Miiniiti, Maxinoo miʼaawaa, damma, zayitii fi baalmiin miʼa daldalaa kee geeddaratan.

18“ ‘Sababii oomisha kee hedduutii fi qabeenya miʼa kee guddaa sanaatiif Damaasqoon daadhii wayinii Helbooniitii fi rifeensa hoolaa Zaahariitiin si wajjin daldalteerti.

19Warri Daanii fi Yaawaan kanneen Oseelii dhufan miʼa daldalaa kee bitatan; isaanis sibiila baqfamee hojjetameen burgudii fi qarafaadhaan miʼoota daldalaa kee ni geeddarratu ture.

20“ ‘Dedaan immoo uffata kooraa si wajjin daldalte.

21“ ‘Biyyi Arabaatii fi ilmaan mootota Qeedaar hundi maamiloota kee turan. Isaanis xobbaallaa hoolaa, korbeeyyii hoolaatii fi reʼoota si wajjin daldalu turan.

22“ ‘Daldaltoonni Shebaatii fi Raʼimaa si wajjin daldalaniiru; urgooftuuwwan gosa hundaa, dhagaawwan gati jabeeyyii fi warqeedhaan miʼoota daldalaa kee geeddarataniiru.

23“ ‘Kaaraan, Kaneen, Eden, daldaltoonni Shebaa, Ashuurii fi Kilmaad si wajjin daldalaa turan.

24Isaan iddoo gabaa keetii keessatti uffata mimmiidhagaa, uffata bifa cuquliisaa, uffata faayeffamee fi afaa halluu garaa garaa kan kirrii micciiramee jabeeffamee dhaʼameen daldalan.

25“ ‘Dooniiwwan Tarshiish,

26Mooqxonni kee,

27Gaafa dooniin kee caccabutti

28Yeroo ooftonni doonii keetii iyyanitti

29Warri batoo qabatan hundi,

30Isaanis sagalee isaanii ol fudhatanii

31Waaʼee keetiifis mataa haaddatanii

32Isaanis yeroo wawwaatanii siif booʼanitti,

33Yeroo miʼi daldalaa kee galaana irra ergamutti,

34Amma immoo ati galaana keessatti,

35Warri qarqara galaanaa jiraatan hundi

36Daldaltoonni saboota gidduu jiran sitti siiqsu;

← Hisqiʼeel 26 Hisqiʼeel Hisqiʼeel 28 →