We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Lallaba 4

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Lallaba 3 Lallaba Lallaba 5 →

1Ani ammas ilaalee cunqursaa aduudhaa gaditti adeemsifamaa jiru hunda nan arge:

2Anis akka warri duʼan,

3Garuu namni hamma ammaatti hin dhalatin

4Anis akka dadhabbiin hojii hundii fi milkaaʼuun hundi hinaaffaa namni ollaa isaa wajjin qabu irraa burqu nan arga. Kunis bubbee ariʼuu dha; faayidaas hin qabu.

5Gowwaan harka isaa maratee taaʼa;

6Dadhabbii fi bubbee ariʼuudhaan

7Ani amma illee waan faayidaa hin qabne tokko aduudhaa gaditti nan arge:

8Nama kophaa isaa jiraatu tokkotu jira;

9Isaan sababii hojii isaaniitiif gatii gaarii waan argataniif

10Yoo inni tokko kufe,

11Yoo namoonni lama wajjin ciisan itti hoʼa;

12Namni tokko moʼatamuu dandaʼa;

13Mootii dulloomaa fi gowwaa siʼachi gorsa hin fudhanne irra, dargaggeessa hiyyeessa ogeessa wayya.

14Inni yoo hiyyumaan mootummaa sana keessatti dhalate iyyuu mana hidhaatii baʼee mootii taʼuu dandaʼaatii.

15Ani akka namni aduudhaa gad jiraate hundi dargaggeessa mootii dhaalu sana duukaa buʼe nan arge.

16Baayʼinni nama fuula isaanii dura jiruu hamma hin qabu ture. Warri duubaan dhufan garuu dargaggeessa dhaalu sanatti hin gammanne. Kun hundis bubbee ariʼuu dha; faayidaas hin qabu.

← Lallaba 3 Lallaba Lallaba 5 →