We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Amoos 6

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Amoos 5 Amoos Amoos 7 →

1Yaa warra yaaddoo malee Xiyoon keessa jiraattan,

2Gara Kaalneetti darbaatii ilaalaa;

3Isin guyyaa hamaa fageessitanii

4Isin siree ilka arbaatiin miidhagfame irra ciiftu;

5Isin sagalee baganaatiin weedduu faayidaa hin qabne weeddiftu;

6Isin xoofoo keessaa daadhii wayinii dhugdu;

7Kanaafuu isin warra jalqabatti boojiʼaman wajjin boojiʼamtanii fudhatamtu;

8Waaqayyo Gooftaan ofii isaatiin kakateera; Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

9Namoonni kudhan yoo mana tokko keessatti hafan isaanis ni dhumu.

10Yoo firri reeffa baasee gubu tokko mana sana keessaa baasuuf dhufee nama dhokatee achi jiru kamiin iyyuu, “Namni tokko iyyuu si wajjin jiraa?” jedhee gaafatee namichi sun, “Hin jiru” jedheen, inni “Calʼisi! Nu maqaa Waaqayyoo dhaʼuu hin qabnu” jedhaan.

11Kunoo Waaqayyo ajaja kenneeraatii,

12Fardeen kattaawwan irra ni fiiguu?

13isin warra Lodebaar moʼachuutti gammaddanii,

14Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedhaatii;

← Amoos 5 Amoos Amoos 7 →