We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Amoos 5

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Amoos 4 Amoos Amoos 6 →

1Yaa mana Israaʼel dubbii kana, faaruu booʼichaa kan ani waaʼee keessaniif booʼu kana dhagaʼaa:

2“Durbi qulqullittiin Israaʼel kufteerti;

3Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

4Waaqayyo mana Israaʼeliin akkana jedha:

5Beetʼeelin hin barbaaddatinaa;

6Waaqayyoon barbaaddadhaatii jiraadhaa;

7Isin warra murtii qajeelaa hadhaatti geeddartanii

8Inni urjiiwwan Torbii fi urjiiwwan Sadee uume,

9Inni daʼoo jabaatti badiisa tasaa fida;

10Isaan nama karra irratti nama ifatu ni jibbu;

11Isin hiyyeeyyii dhidhiittanii

12Balleessaan keessan hammam akka baayʼatuu fi

13Kanaafuu namni qalbeeffataan yeroo akkasiitti afaan qabata;

14Akka lubbuudhaan jiraattaniif

15Waan hamaa jibbaa; waan gaarii jaalladhaa;

16Kanaafuu Gooftaan, Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

17Ani gidduu keessan waanan darbuuf

18Isin warra guyyaa Waaqayyoo

19Wanni kun akkuma nama leenca jalaa baʼee

20Guyyaan Waaqayyoo ifa utuu hin taʼin dukkana mitii?

21“Ani ayyaana amantaa keessanii nan jibba; nan tuffadhas;

22Utuu isin aarsaa gubamuu fi kennaa midhaanii naaf fiddanii iyyuu

23Waca faarfannaa keessanii asii balleessaa!

24Garuu murtiin qajeelaan akkuma lagaa,

25“Yaa mana Israaʼel isin waggaa afurtama

26Isin waan harkuma keessaniin tolfattan

27Kanaafuu ani akka isin boojiʼamtaniif,

← Amoos 4 Amoos Amoos 6 →