1Isin yaa saawwan Baashaan kanneen Tulluu Samaariyaa irra jirtan,
2Waaqayyo Gooftaan akkana jedhee qulqullummaa isaatiin kakateera:
3Isin tokko tokkoon qajeeltanii
4“Beetʼeel dhaqaatii cubbuu hojjedhaa;
5Buddeena raacitii qabu aarsaa galataa godhaatii gubaa;
6“Ani magaalaa hunda keessatti garaa duwwaa isiniif kenneera;
7“Ani yeroo midhaan haamamuuf jiʼi sadii hafutti
8Uummanni bishaan barbaacha magaalaadhaa gara magaalaatti joore;
9“Ani yeroo hedduu iddoo biqiltuutii fi
10“Ani akkuman biyya Gibxi godhe sana
11“Ani akkuman Sodoomii fi Gomoraa garagalche sana
12“Kanaafuu yaa Israaʼel, ani akkanan isin godha;
13Inni tulluuwwan tolchee