1Yaa saba Israaʼel, dubbii Waaqayyo isiniin mormuudhaan, maatii ani biyya Gibxii baasee fide hundaan mormuudhaan dubbate kana dhagaʼaa:
2“Ani maatiiwwan lafa irra jiraatan
3Yoo walii galan malee
4Leenci tokko yoo waan adamsu hin argatin
5Simbirri tokko lafa kiyyoon hin kaaʼaminitti
6Yoo magaalaa keessatti malakanni afuufame,
7Dhugumaan Waaqayyo Gooftaan
8Leenci aadeera;
9Daʼannoo Ashdoodiitii fi
10“Warri daʼannoo isaanii keessatti waan boojiʼamee fi waan saamame kuufatan
11Kanaafuu Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:
12Waaqayyo akkana jedha:
13“Waan kana dhagaʼaatii mana Yaaqoobitti dhugaa baʼaa” jedha Gooftaan, Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu.
14“Guyyaa ani cubbuu isheetiif jedhee Israaʼelin adabutti,
15Ani mana gannaatii fi