We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 88

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 87 Faarfannaa Faarfannaa 89 →

1Yaa Waaqayyo, Waaqa na fayyiftu,

2Kadhannaan koo fuula kee duratti haa dhiʼaatu;

3Lubbuun koo rakkinaan guutamteertii;

4Ani warra boolla keessa buʼanitti nan lakkaaʼame;

5Ani akka nama gorraʼamee awwaala keessa ciisuutti,

6Ati boolla gad fagoo keessa,

7Dheekkamsi kee ulfaatee narra ciiseera;

8Michoota koo narraa fageessiteerta;

9Iji koo gaddaan dadhabeera.

10Ati dinqii kee warra duʼanitti ni argisiiftaa?

11Jaalalli kee awwaala keessatti,

12Dinqiiwwan kee dukkana keessatti,

13Yaa Waaqayyo, ani garuu akka ati na gargaartuuf gara keetti nan iyyadha;

14Yaa Waaqayyo, ati maaliif na gatta?

15Ani ijoollummaa kootii jalqabee rakkadhee duʼuu gaʼeen ture;

16Dheekkamsi kee narra yaaʼe;

17Isaan guyyaa guutuu akkuma lolaa bishaanii na marsu;

18Michoota koo fi warra na jaallatan narraa fudhatteerta;

← Faarfannaa 87 Faarfannaa Faarfannaa 89 →