1Yaa Waaqayyoo Waan Hunda Dandeessu,
2Lubbuun koo oobdiiwwan Waaqayyoo hawwiti;
3Yaa Waaqayyoo Waan Hunda Dandeessu,
4Warri mana kee keessa jiraatan eebbifamoo dha;
5Warri sirraa jabina argatan,
6Isaan yommuu Sulula Baakaa keessa darbanitti,
7Isaan hamma Xiyoon keessatti fuula Waaqaa duratti mulʼatanitti,
8Yaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandeessu, kadhannaa koo dhagaʼi;
9Yaa Waaqayyo, gara gaachana keenyaa ilaali;
10Guyyaa kuma tokko iddoo biraa jiraachuu irra,
11Waaqayyo Waaqni aduu fi gaachanaatii;
12Yaa Waaqayyoo Waan Hunda Dandeessu,