We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 47

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 46 Faarfannaa Faarfannaa 48 →

1Isin saboonni hundinuu harka keessan rukutaa;

2Waaqayyo Waaqa Waan Hundaa Olii,

3Inni saboota nu jala,

4Innis nu warra Yaaqoob isa inni jaallate sanaaf ulfina taaneef,

5Waaqni ililleedhaan, Waaqayyo sagalee

6Faarfannaa galataa Waaqaaf faarfadhaa;

7Waaqni Mootii lafa hundaa ti;

8Waaqni saboota irratti Mootii dha;

9Qondaaltonni sabootaa,

← Faarfannaa 46 Faarfannaa Faarfannaa 48 →