We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 46

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 45 Faarfannaa Faarfannaa 47 →

1Waaqni daʼoo fi jabina keenya;

2Kanaafuu yoo lafti raafamtee

3Utuu bishaan isaas huursee hoomachaaʼee

4Lagni yaaʼaan isaa magaalaa Waaqaa gammachiisu

5Waaqni magaalattii keessa jira; isheenis hin raafamtu;

6Saboonni ni raafaman; mootummoonnis ni kufan;

7Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu nu wajjin jira;

8Kottaa, hojii Waaqayyoo ilaalaa;

9Inni hamma handaara lafaatti waraana ni balleessa;

10“Calʼisaa; akka ani Waaqa taʼes beekaa;

11Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu nu wajjin jira;

← Faarfannaa 45 Faarfannaa Faarfannaa 47 →