We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 34

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 33 Faarfannaa Faarfannaa 35 →

1Ani yeroo hunda Waaqayyoon nan eebbisa;

2Lubbuun koo Waaqayyoon boonti;

3Na wajjin Waaqayyoof ulfina kennaa;

4Waaqayyoon nan barbaaddadhe; innis deebii naa kenne;

5Warri gara isaa ilaalan ni ifu;

6Hiyyeessi kun ni iyye; Waaqayyos isa dhagaʼe;

7Ergamaan Waaqayyoo naannoo warra Waaqa sodaatanii

8Akka Waaqayyo gaarii taʼe mee miʼeeffadhaa ilaalaa;

9Isin qulqulloonni isaa Waaqayyoon sodaadhaa;

10Leenci saafelli iyyuu waa ni dhaba; ni beelaʼas;

11Yaa ijoollee ko, kottaa na dhagaʼaa;

12Namni jireenya jaallatu, kan bara gaarii arguudhaafis

13Arraba kee waan hamaa irraa,

14Hammina irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu;

15Iji Waaqayyoo qajeeltota irra jira;

16yaadannoo isaanii lafa irraa balleessuudhaaf,

17Qajeeltonni gargaarsaaf iyyatu; Waaqayyos isaan dhagaʼa.

18Waaqayyo warra garaan isaanii cabetti dhiʼoo dha;

19Rakkinni nama qajeelaa baayʼee dha;

20lafee isaa hunda ni eega;

21Hamoota hamminatu ajjeesa;

22Waaqayyo lubbuu tajaajiltoota isaa ni fura;

← Faarfannaa 33 Faarfannaa Faarfannaa 35 →