1Yaa qajeeltota, isin Waaqayyotti gammadaa;
2Kiraaraan Waaqayyoon galateeffadhaa;
3Faarfannaa haaraa isaaf faarfadhaa; ribuu haalaan rukutaa;
4Dubbiin Waaqayyoo qajeelaadhaatii;
5Waaqayyo qajeelummaa fi murtii qajeelaa jaallata;
6Samiiwwan dubbii Waaqayyootiin hojjetaman;
7Inni bishaan galaanaa akka tuullaatti walitti qaba;
8Lafti hundi Waaqayyoon haa sodaatu;
9Inni dubbateeraatii, wanni inni dubbate ni taʼe;
10Waaqayyo marii sabootaa ni fashaleessa;
11Karoorri Waaqayyoo garuu bara baraan, yaadni garaa isaas
12Sabni Waaqayyo Waaqa isaaf taʼe,
13Waaqayyo samii irraa gad ni ilaala;
14inni teessoo isaa irra taaʼee,
15inni garaa nama hundumaa uumu sun,
16Mootiin baayʼina loltoota isaatiin duʼa hin oolu;
17Fardi moʼannaadhaaf abdii gatii hin qabnee dha;
18Garuu iji Waaqayyoo warra isa sodaatan irra,
19inni lubbuu isaanii duʼa jalaa ni baasa;
20Lubbuun keenya abdiidhaan Waaqayyoon eeggatti;
21Garaan keenya isatti ni gammadaatii;
22Yaa Waaqayyo, akkuma nu abdii keenya