We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 19

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 18 Faarfannaa Faarfannaa 20 →

1Samiiwwan ulfina Waaqaa odeessu;

2Guyyaan tokko guyyaa kaanitti odeessa,

3Haasaan yookaan dubbiin hin jiru;

4Taʼus sagaleen isaanii lafa hundumaa,

5biiftuunis akkuma misirricha dinqa isaatii baʼuutii fi

6Isheenis handaara samiiwwanii tokkoo baatee

7Seerri Waaqayyoo mudaa hin qabu;

8Seerri Waaqayyoo qajeelaa dha;

9Waaqayyoon sodaachuun qulqulluu dha;

10Inni warqee caalaa, warqee akka malee qulqulleeffame

11Murtii kanaanis tajaajilaan kee ni gorfama;

12Eenyutu dogoggora isaa hubachuu dandaʼa?

13Tajaajilaa kee cubbuu ija jabinaan hojjetamu irraa eegi;

14Yaa Waaqayyo, Kattaa koo fi Furii ko,

← Faarfannaa 18 Faarfannaa Faarfannaa 20 →