We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 150

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 149 Faarfannaa

1Haalleluuyaa.

2Hojiiwwan isaa jajjaboo sanaaf isa leellisaa;

3Malakata afuufuudhaan isa galateeffadhaa;

4dibbeedhaan shuubbisaatii isa jajadhaa;

5Kilillee sagalee qabuun isa jajadhaa;

6Wanni hafuura baafatu hundinuu Waaqayyoon haa jajatu.

← Faarfannaa 149 Faarfannaa