We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 149

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 148 Faarfannaa Faarfannaa 150 →

1Haalleluuyaa.

2Israaʼel Uumaa isaatti haa gammadu;

3Maqaa isaas shuubbisuudhaan haa jajatu;

4Waaqayyo saba isaatti ni gammadaatii;

5Qulqulloonni ulfina kanatti haa gammadan;

6Galanni Waaqaa afaan isaanii keessa haa jiraatu;

7kunis sabootatti haaloo baʼuu fi

8mootota isaanii foncaan,

9murtii barreeffame sana isaan irratti dhugaa baʼuudhaaf.

← Faarfannaa 148 Faarfannaa Faarfannaa 150 →