1Waaqayyo mana ijaaruu baannaan,
2Isin buddeena dadhabbii guddaan argame nyaachuuf jettanii,
3Kunoo, ijoolleen kennaa Waaqayyoo ti;
4Ijoolleen dargaggummaa keessa dhalchan,
5Namni korojoon isaa xiyyaan guutame eebbifamaa dha.
Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês