We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 126

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 125 Faarfannaa Faarfannaa 127 →

1Yeroo Waaqayyo warra boojiʼamanii turan gara Xiyoonitti deebisetti,

2Afaan keenya kolfaan, arrabni keenya immoo

3Waaqayyo waan guddaa nuuf godhe;

4Yaa Waaqayyo, akkuma lagoota Negeeb,

5Warri imimmaaniin facaasan,

6Namni sanyii facaafamu baadhatee booʼaa gad baʼu,

← Faarfannaa 125 Faarfannaa Faarfannaa 127 →